Лента постов канала 𝐑𝐀𝐅𝐈𝐈𝐐𝐔𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇸🇩 (@Rafiiqul_Islaam) https://t.me/Rafiiqul_Islaam (Yaa Muhammad!) karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumes (qabadhaa)Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiru Santu (Amantii qajeelaadha) Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu.[Ar-ruum]-(30 : 30) @Rafiqul_Islaam ru https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 23 Aug 2025 12:09:48 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 23 Aug 2025 07:27:13 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 23 Aug 2025 05:32:49 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Fri, 22 Aug 2025 05:24:51 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 21 Aug 2025 20:03:18 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 21 Aug 2025 12:16:33 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 21 Aug 2025 05:48:09 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Wed, 20 Aug 2025 22:34:18 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Wed, 20 Aug 2025 19:46:40 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Tue, 19 Aug 2025 14:37:03 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Tue, 19 Aug 2025 13:59:03 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Tue, 19 Aug 2025 05:24:04 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Mon, 18 Aug 2025 19:11:19 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Mon, 18 Aug 2025 19:11:19 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Mon, 18 Aug 2025 17:50:45 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Mon, 18 Aug 2025 15:24:54 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sun, 17 Aug 2025 21:06:57 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 16 Aug 2025 18:12:05 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 16 Aug 2025 18:11:26 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 16 Aug 2025 15:39:51 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Fri, 15 Aug 2025 13:59:10 +0300
Ergamaa ta’uu isaa, ragaan kana caalu maaltu jira? Waaqa ta’uu isaatiif ragaan maaltu jira? Waan nama dhibu, barattoonni isaa bakka tokkotti illee Yesuus, Waaqa akka ta’e hin barreessine. Yaadni; “Yesuus Waaqa” jedhu, eessaa akka dhufe hin beekamu.

🟣🔵🟣🔵🟣🔵🟣🔵🟣🔵🟣🔵🟣🔵
#Wangeela_Yohannis:- 5:24
"እውነት እውነት እላችኋለሁ፥ ቃሌን የሚሰማ #የላከኝንም የሚያምን የዘላለም ሕይወት አለው፥ ከሞትም ወደ ሕይወት ተሻገረ እንጂ ወደ ፍርድ አይመጣም።
“dhuguma, dhugumaan isinitti hima, dubbii koo dhaga’ee #isa_ana_ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba; inni du’a keessaa gara jireenyaatti darba malee gara firdii hin dhaqu”

Jalqaba keeyyata kanaatti akeekkachiisatu jira. Kunis, “dhuguma, dhugumaan” kan jedhuudha. Akka dubbii isaa haala gaariin qabatan fi akka qalbii jaraa keessa shakkiin hin dhagahamneef kana dubbate. Itti aansuun; “dubbii koo dhaga’ee isa ana ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba” jedhe. “Isa ana ergetti kan amanu” yoo jedhu, kan isa erge eenyu? Hojiin isaa dubbii dhageesisuudha jechuudhaa? Dubbii inni himu warren dhagahan, dubbiin inni dubbate kan isa ergee ta’uu ni amanu. Kana erga amananii jireenya baraba baraa argatu. Boqonnaa kana keyyata 19 irratti; Yesuu, “An humna kootiin homaa gochuu hin danda’u” jedhe. Jireenyaa bara baraa kan kennu eenyu? Yesuus, isa humna ofiitiin waan tokko gochuu hin dandeenye moo eenyu? Dubbiin hoo kan eenyuuti? Dubbiin kan Waaqayyoo akka ta’e beekamaadha. kanaaf; Yesuus, ifaan ifatti ergamaa Waaqayyoo akka ta’e ibseera.

Kanaafuu:-
#Yesuus_namadha.
#Yesuus_Nabiyyii_Rabbiiti.
#Yesuus_Ergamaa_Rabbiiti.
#Yesuus_Garbicha_Rabbiiti.
#Yesuus_tajaajilaa_Rabbiiti.
#Yesuus_nama_filatamaadha.
#Yesuus_nama_kabajamaadha.
#Yesuus_nama_jaallaatamaadha.
#Yesuus_nama_Rabbiin_fo'ateedha.
.
.
https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Fri, 15 Aug 2025 13:59:10 +0300
Yesuus #ergamaa Waaqayyooti. Rabbitu #erge. Ergamee dhufe. #Dubbiin_dhugaa_Kanuma.

⚫️🔴⚫️🔴⚫️🔴⚫️🔴⚫️🔴⚫️🔴⚫️🔴
#Wangeela_Maarqoos:- 9:37
"እንደዚህ ካሉ ሕፃናት አንዱን በስሜ የሚቀበል ሁሉ እኔን ይቀበላል፤ የሚቀበለኝም ሁሉ #የላከኝን እንጂ እኔን አይቀበልም።
“Mucaa akkasii tokko maqaa kootiin kan simu ana sima, kan na simu immoo #isa_ana_erge ni sima malee, ana simuu isaa miti” jedhe.

Keeyyata kana keessatti; Yesuus barattoota isaa yommuu gorsu, “Mucaa akkasii tokko maqaa kootiin kan simu ana sima, kan na simu immoo isa ana erge ni sima malee, ana simuu isaa miti” jedhe. akka barattoonni isaa, kan waa’ee Waaqaa fi waa’ee isaa barsiisan simatamuu akka qaban fi kan jara simachuu dide karaa Yesuus irraa dabaa akka ta’e barsiisaa jira. As irratti; “kan na simu immoo isa ana erge ni sima” yeroo jedhu, kan Yesuusiin simatu, qaama Yesuusiin erge simata jechuudha. Yoo dides akkasuma. Qaamni Yesuusiin erge kun eenyu? Yesuus, ergamaadha jechuudhaa? Erga ergamaa ta’ee, maaliif Waaqa jedhame? Ammas; Yesuus, kan simamu akka isa hin tanne, “ana simuu isaa miti” jedhe. Kan simamu eenyu? Waaqa akka ta’e shakkii hin qabu.

🟣🟢⚫️🟤🟢🔵🟣🟢🔵🟣🟢🔵🟣🟢
#Wangeela_Luqaas:- 9:48
"ማንም ይህን ሕፃን በስሜ የሚቀበል እኔን ይቀበላል፤ የሚቀበለኝም ሁሉ #የላከኝን ይቀበላል፤ ከሁላችሁ የሚያንስ እርሱ ታላቅ ነውና፡ አላቸው።
"saaniin immoo, “Mucaa kana maqaa kootiin kan simu ana sima, kan na simus #isa_ana_erge ni sima; isin keessa hunduma irra kan xinnaatu, inni guddaa ni ta’a jedhe"

Keyyatni kun; keyyata isa olii wajjin haala wal fakkaatuun kaa’ameera. Kana jechuun lallabdoonni wangeelaa lamaan iyyuu walii galuu isaaniiti. Asittis, “kan na simus isa ana erge ni sima” jedhe. inni isa erge eenyu? Yesuus; Waaqa yoo ta’e, eenyu isa erge? Waaqni ni ergamaa? Kun ifaan ifatti, ergamaa ta’uu Yesuus nu akeeka. Keyyata akka kanaa macaafa keessa ilaalaa, akkamitti Yesuus Waaqa jedhani? Dhugaan maaliif jallifame?

🟢🔴🟢🔴🟢🔴🟢🔴🟢🔴🟢🔴🟢🔴
#Wangeela_Luqaas:- 10:16
"የሚሰማችሁ እኔን ይሰማል፥ እናንተንም የጣለ እኔን ይጥላል፤ እኔንም የጣለ #የላከኝን ይጥላል።
"Barattoota isaatiin immoo, “Namni isin dhaga’u, ana dhaga’a; namni isin dhaga’uu didu, ana dhaga’uu dida, namni ana dhaga’uu didus, #isa_ana_erge dhaga’uu dida” jedhe.

Akka keeyyata kana keessatti ibsameetti; Yesuus, barattootni isaa akka wangeela barsiisan godhaa ture. Barumsa isaanii kana ummatni gariin ni dhagaha. Gariin ni dida. Kana irratti Yesuus; “Namni isin dhaga’u, ana dhaga’a; namni isin dhaga’uu didu, ana dhaga’uu dida” jedhe. yoo ergaa barattoonni isaa barsiisan fudhate, barumsa Yesuus barsiisu fudhachuu isaati. Itti aansuun; “namni ana dhaga’uu didus, isa ana erge dhaga’uu dida” jedhe. gaaffiin as jiru; eenyutu isa erge? Akka kiristaanonni jedhan; Yesuus, Waaqa yoo ta’e, Waaqa eenyutu erge. Yesuus ofii isaa barattoota isaatti; Waaqni isa erguu dubbataa jira.
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Fri, 15 Aug 2025 11:28:10 +0300
-  بَريِد يُوم الجمُعة🌱💜💜.
تذكيّر  | الصَلاه على الرسُولﷺ .
تذكِير  | قِراءة سُورة الكهَف .
تذكيَر  |  توجَد ساعٌه اسِتجابه .
تذَكير  | الدُعاء للأموَات .

۩من سنن يوم الجمعة
➊الغسل
➋الطيب
➌السواك
➍لبس الجميل
➎قراءة سورة الكهف
➏التبكير لصلاة الجمعة
➐الإكثار من الدعاء والصلاة على النبي ﷺ
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 14 Aug 2025 18:35:49 +0300
https://t.me/NuralUmmaBedele?videochat
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 14 Aug 2025 15:37:42 +0300
Us Awel Pheenxee wol ficcisiisan😱 barsiisaan pheenxee waaqayyotu nu jelaa du'e jedhe😁🤦

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2364
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 14 Aug 2025 12:23:26 +0300
Islaammummaan "Beekumsaan" malee; Islaammummaan sirbaan miti. Hayyootaafi Beektota Akkasii Qabdi Alhamdulillaah.


🎉🎉🎉 Congratulations 🎉🎉🎉 Hayyoonni Keenya hunduu.

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2363?single
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 14 Aug 2025 12:23:20 +0300
Islaammummaan "Beekumsaan" malee; Islaammummaan sirbaan miti. Hayyootaafi Beektota Akkasii Qabdi Alhamdulillaah.


🎉🎉🎉 Congratulations 🎉🎉🎉 Hayyoonni Keenya hunduu.

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2353?single
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 14 Aug 2025 12:23:14 +0300
Islaammummaan "Beekumsaan" malee; Islaammummaan sirbaan miti. Hayyootaafi Beektota Akkasii Qabdi Alhamdulillaah.


🎉🎉🎉 Congratulations 🎉🎉🎉 Hayyoonni Keenya hunduu.

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2343?single
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Wed, 13 Aug 2025 21:13:40 +0300
Alhamdulillah! Digrii 1ffaa; Univarsiitii Islaamaa Minisootaa (Minnisota Islamic University) irraa

UStaaz Xaahir Galato Congratulations ❤

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2333
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Wed, 13 Aug 2025 20:33:50 +0300
#Yesuus_Waaqa_qabaachuu_isaa ragaan_kunooti.
🔸️🔸️🔸️🔸️🔸️🔸️🔸️🔸️🔸️🔸️🔸️🔸️🔸️
Yohannis:- 20:17
"ኢየሱስም፤ “ገና ወደ አብ ስላላረግሁ አትንኪኝ፤ የልቁንስ ወደ ወንድሞቼ ሄደሽ፤ #ወደ_አባተና ወደ አባታችሁ #ወደ_አምላከና ወደወ አምላካችሁ አርጋለሁ” ብሎአል ብለሽ ንገሪያቸዉ አላት፤፤
"Yesuus immoo, “Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin bane; gara obbolaa koo dhaqii; #Ani_gara_abbaa_koo fi abbaa keessaniitti, gara #Waaqayyoo_kootii fi Waaqayyoo keessaniitti ol nan ba’a” jedhii isaanitti anaaf himi!” jedhee ishee abboome.

Mariyaam isheen Maqdalaa, erga Yesuus du’e jedhamee booda gara iddoo awwaala isaa dhaqxee, ni boossi ture. Sana booda; Yesuus dudduuba isheetiin dhufee “Mariyam” jedheen. Isheenis; “Rabbuunii” jetteen. Achumaan; Yesuus, waan keyyata kana keessa jiru itti dubbate. As irratti; “amma iyyuu gara abbaa koo ol hin bane” yeroo jedhu, gara Waaqaatti ol fuudhamuu isaa ibsaa jira. Itti aansuun; “Ani gara abbaa koo fi abbaa keessaniitti, gara Waaqayyoo kootii fi Waaqayyoo keessaniitti ol nan ba’a” jedhe. Waaqni Yesuusiif abbaa yoo ta’e warren kaaniif maali? Yesuus abbaa waan hin qabneef, Waaqatu abbaadha jedhame. Kan namoota obboloota isaa ta’anii hoo maali? Isaanis abbaa hin qabanuu? Kun namni amantaa tokko qabu hundi obbolaa ta’uu hubachiisa. Ammas; Nama amane hundaaf Waaqni abbaa ta’uu hubachiisa. Keeyyata kana keessatti; Yesuus, “Waaqa koo fi Waaqa keessan” yennaa jedhu, inninuu ofii isaa Waaqa qabaachuu agarsiisa. Waaqni isaa fi Waaqni isaanii tokko akka ta’e agarsiisa. Yesuus; osoo Waaqa ta’e, “Waaqa koo” maaliif jedhe? Waaqni Waaqa qabaa? Kun ergamaa ta’uu nu hubachiisa.

#Yesuus_Rabbii_tokkicha_qofa akka #gabbarru #barsiisaa_ture.
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴

#Wangeela_Maatiyoos:- 4:10
"ያን ጊዜ ኢየሱስ፦ ሂድ፥ አንተ ሰይጣን ለጌታህ #ለአምላክህ ስገድ #እርሱንም_ብቻ_አምልክ፡ ተብሎ ተጽፎአልና፡ አለው።
"Yemmus Yesuus immoo, “Seexaana nana, argaa koo duraa turi! #Waaqayyoo kee gooftichaaf jilbeenfadhuu sagadi, isa #duwwaadhaafis hojjedhu!” kan jedhu caafameera” jedheen".

Keyyatni kun Yesuus; Seexanaan Qoramuu isaa ibsa. Yesuus; seexaanichaan, “Waaqayyoo kee gooftichaaf jilbeenfadhuu sagadi, isa duwwaadhaafis hojjedhu!” jedheen. Yesuus; Waaqa osoo ta’ee, “Anaaf jilbeenfadhuu sagadi” maaliif hin jenne? “ana duwwaaf hojjedhu” maaliif hin jenne? Inni garuu, “Isa duwwaaf hojjedhu” jedhe. Isa kan jedhame Waaqa tokkicha sana. kun Yesuus ofii isaa Waaqaaf kan sagadu, Waaqaaf kan hojjetu ta’uu nu agarsiisa. Yesuusiif hin sagadamu yoo ta’e, Waaqummaan isaa maaliini? Maqaa qofaa? Akka keyyata kanaatti; Yesuus, sagadni fi hojiin amantii Waaqaaf akka ta’e, seexanaaf iyuu himeera jechuudha. Namatti himuu isaa maal shakkitu ree? Waa’ee Waaqaa barsiisaa akka ture ilaalleerra. Kanas akka barsiise maal shakkii qaba?

#Yesuus_Israaelota_qofaaf akka ergame.
🔷️🔷️🔷️🔷️🔷️🔷️🔷️🔷️🔷️🔷️🔷️🔷️🔷️🔷️🔷️

#Wangeela_Maatiyoos:- 10:5
"እነዚህን አሥራ ሁለቱን ኢየሱስ ላካቸው፥ አዘዛቸውም፥ እንዲህም አለ፦ በአሕዛብ መንገድ አትሂዱ፥ ወደ ሳምራውያንም ከተማ አትግቡ፤
"saan kudha lamaan kana Yesuus ergee, “karaa saba waaqayyoo warra hin ta’initti isin geessu irra hin gorinaa, mandara warra samaariyaa tokko illees hin lixinaa!” Yesuus barattoota 12 (kudha lama) yookiin Hawaariyoota isaa, akka wangeela lallaban naannoo Israa’el bakka garaa garaatti ergaa ture. Yeroo barattoota isaatti dhaamus, “An ummata Israa’el qofaafan ergame” jedhe. kana mirkaneessuuf, “Gara saba kaaniitti hin gorinaa” jedhe. As irratt; “Hoolota bana Israa’elii badaniifan ergame” yeroo jedhu, uammata Israa’eel fayyisuuf akka dhufe beekamaadha. kun #ergamaa ta’uu hin agarsiisuu? Erga; Yesuus, ‘gara saba biraa hin gorinaa’ jedhee, ummatni Itoophiyaa hoolota Israa’el miti. Maaliif Yesuus nu fayyisa jedhanii wajjin rakkatu? Dabalataanis, wangeeluma kana boqonnaa 15 keyyata 24 irraatti yaada walfakkaatu kaa’eera.


https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Tue, 12 Aug 2025 22:29:27 +0300
Pheenxonni Midea Gubbaa Caraanaa Oolan Maaliif Marii Kallattii Qaamaan Sodaatuu Kana Qofa Mitii Hedduutu Sagantaa Qabee Badaa Jiraa 🤣🤣

Leenca Namaa [Ahmed Barsiisaa Hoolotaa] 🥰🥰🥰

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2331
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Tue, 12 Aug 2025 21:28:55 +0300
ፕሮግራሙ ተጀምሯል ግቡ :- https://t.me/daio_TG07?livestream=9240298b5102fb6b9e
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Tue, 12 Aug 2025 13:32:55 +0300
Yesuus Waaqa Qabaachuu isaa:-

Yohannis:- 20:17

(Yesus immoo, "Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin baane; gara obboloota koo dhaqii, 'Ani gara abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Waaqayyo kootii fi Waaqayyo keessanitti ol nan ba'a' jedhii isaanitti anaaf himi!" jedhee ishee abboome.)


Gaaffiin asitti nu qabnu:-
1. Yesuus ol gara waaqaatti ykn gara Abbaayitti bahuu ni amantuu?
2. Du'ee moo fayyaan ol bahe?
3. Eenyutu ol ofitti isa fuudhe?
4. Gara "obboloota koo" yeroo jedhu, Yesuus obbolaa qabaa? Obbolaa akkamiiti?
5. "Abbaa koo fi abbaa keessan" yeroo jedhu maal jechuu isaati? Obbolummaa amantii hin agarsiisuu?
6. "Waaqa koo fi Waaqaa keessan" yeroo jedhu, Yesuus Waaqa qabaachuu fi Obboloonni isaas Waaqa qabaachuu hin agarsiisuu?
7. Waaqni Yesuus himate fi Waaqni uumaa hundaa gargarii? Waaqni tokkicha malee jiraa?
8. Yesuus "ol nan baha" jedhe. Fayyaan bahuu malee, du'ee ka'ee bahuu yoom abboome? Namummaan isaa osoo hin jijjiiramin ol bahuun isaa akka hin duune ragaa mitii?


Gaaffilee kanaa fi kan kana fakkaatan deebisuun dirqama. Kanaaf itti haa yaadanu. Rabbiin karaa qajeelaa irra nu deemsisu!!



https://t.me/Know_to_Islamic
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Tue, 12 Aug 2025 08:53:55 +0300
Wol falmii ulfaataa Kutaa 2ffaa


https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2328
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Mon, 11 Aug 2025 18:06:09 +0300
Wol Falmii Cimaa US Ferhan fi Br Tibbeessoo Gidduutti Taasifame Kutaa 1ffaa

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2326
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Mon, 11 Aug 2025 14:40:15 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sun, 10 Aug 2025 21:02:11 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 09 Aug 2025 19:37:51 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 09 Aug 2025 08:27:48 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 09 Aug 2025 08:25:24 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Fri, 08 Aug 2025 05:08:11 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Fri, 08 Aug 2025 00:48:42 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 07 Aug 2025 23:00:40 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 07 Aug 2025 21:04:51 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 07 Aug 2025 15:51:14 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 07 Aug 2025 15:47:04 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Wed, 06 Aug 2025 12:45:14 +0300
መምህሬ ውሒድ  ገብቷል ግቡ
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Tue, 05 Aug 2025 22:51:58 +0300
Sagantaa Macaafa Qulqulluu Eenyutu barreesse jedhu Guyyaa Jum'aa Sa'aatii 10:00 Guutuu isaa itti....

Share Woliif Taasisaa Baarakallaahu Fiikum 🥰🥰

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2313
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Tue, 05 Aug 2025 14:13:06 +0300
Kiristaanonni yeroo baay'ee isin musilimtoonni dhagaa waaqessitan jettanii nutti iyyitan koottaa iyyaa amma maqaa Gingilchaa Dhugaa tina ilaahiyyaa☝️

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
“Gooftichi inni isin gara isaa dhuftan kun akka dhagaa jiraataa ti; namoonni dhagaa sana in tuffatan; inni garuu Waaqayyo biratti fo'amaadha gati-qabeessas.”
— 1Phe. 2:4

“Isin warra itti amantaniif dhagaan kun gatii guddaa qaba; warra itti hin amanneef garuu, caaffanni qulqullaa'aan akkuma jedhutti, "Dhagichi, mana ijaartuun tuffatan, inni dhagaa mataa golee qajeelchu ta'e".”
— 1Phe. 2:7

Kattaan(dhagichi) itti amanamu sun iyesuusiidha jedha macaafni

“hundumti isaanii dhugaatii hafuuraa isa tokkicha sana dhuganiiru; isaan kattaa hafuuraa isa guddicha, isa isaanii wajjin adeemaa turettii dhuganiiru; kattaan guddichi sun immoo Kristos ture.”
— 1Qor. 10:4

Ameen jettu malee bira hin darbin

https://t.me/Gingilchaadhugaa
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Mon, 04 Aug 2025 11:36:52 +0300
Namni Hunduu yeroo dhalatu Muslima ta'ee dhalata.

#Muslima jechuun Nama fedhinnaa isaa Rabbiif kennuudha. Nama Rabbii tokkicha sana qofaaf ajajamuudha. Nama Rabbiin tokkicha qofa gabbaruudha.

Namni hundi gaafa dhalatu Islaamummaa irratti akka dhalatu ragaan haa ilaallu. Islaamummaan kan namni hundi isii irratti dhalatuudha. Kana ilaalchisee Rabbiin Qur'aana keessatti akkana jedhe:
فَأَقِمۡ وَجۡهَكَ لِلدِّينِ حَنِيفࣰاۚ فِطۡرَتَ ٱللَّهِ ٱلَّتِي فَطَرَ ٱلنَّاسَ عَلَيۡهَاۚ لَا تَبۡدِيلَ لِخَلۡقِ ٱللَّهِۚ ذَٰلِكَ ٱلدِّينُ ٱلۡقَيِّمُ وَلَٰكِنَّ أَكۡثَرَ ٱلنَّاسِ لَا يَعۡلَمُونَ 
(Yaa Muhammad!) karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi. Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumes (qabadhaa). Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiru. Santu amantii qajeelaadha. Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu. [Ar-Rum 30:30]

Keeyyata Qur'aanaa kana keessatti "Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumes (qabadhaa)" jedhee itti aansee immoo "Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiru. Santu amantii qajeelaadha" jedhe. Kana jechuun Uumaan Rabbiin irratti nu uume amantiidha. Amantiin sunillee Islaamummaadha. Kana immoo Nabi Muhammad Hadiisa keessatti akka armaan gadii kanatti ibsanii jiru.
حَدَّثَنَا عَبْدَانُ، أَخْبَرَنَا عَبْدُ اللَّهِ، أَخْبَرَنَا يُونُسُ، عَنِ الزُّهْرِيِّ، قَالَ أَخْبَرَنِي أَبُو سَلَمَةَ بْنُ عَبْدِ الرَّحْمَنِ، أَنَّ أَبَا هُرَيْرَةَ ـ رضى الله عنه ـ قَالَ قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم ‏"‏ مَا مِنْ مَوْلُودٍ إِلاَّ يُولَدُ عَلَى الْفِطْرَةِ، فَأَبَوَاهُ يُهَوِّدَانِهِ أَوْ يُنَصِّرَانِهِ أَوْ يُمَجِّسَانِهِ، كَمَا تُنْتَجُ الْبَهِيمَةُ بَهِيمَةً جَمْعَاءَ، هَلْ تُحِسُّونَ فِيهَا مِنْ جَدْعَاءَ ‏"‏ ثُمَّ يَقُولُ ‏{‏فِطْرَةَ اللَّهِ الَّتِي فَطَرَ النَّاسَ عَلَيْهَا لاَ تَبْدِيلَ لِخَلْقِ اللَّهِ ذَلِكَ الدِّينُ الْقَيِّمُ‏}‏
Ergamaan Rabbii Nabi Muhammad akkana jedhan: "Dhalataan hunduu Islaamummaa irratti dhalata. Haadhaa fi abbaa isaatu isa Yahuudomsu, yookiin Kiristaanomsu, yookiin warra ibidda gabbaru (akkasumas warra uumaa biraa gabbaru) taasisu." (Bukaarii 4775).

Fakkeenya gaarii barsiisa kanaaf ta'uu kan danda'u Kiristaanonni ijoollee isaani kanuma maatii Kiristaanaa irraa dhalatan Kiristinnaa kaasu. Yoo osoo Kiristinnaa hin kaafamin du'e akka Waan Islaamummaa irratti du'eetti beekama. Yeroo tokko Haadha sababaa baasii guyyaan ilmoo isii Kiristaanummaa kaastu baastu dhabeef "ilmoon koo Islaamummaa irratti hafe" jettuu gadditu argeen ture.

Cuuphaan dhimma biraatiif jedhamee dubbatamus ilmoon dhalatu Islaama ta'uun Kiristaanota baay'ee biratti beekamaadha. Inumaa daa'imni osoo Kiristaanummaa hin kaafamin duute carraa mooraa Bataskaanaa keessatti awwaalamuu hin argattu.

Amantii Rabbiin irratti isin uume, amantii Abbaa keessan Abrahaam, amantii Yaqoob, amantii Isaaq, amantii Ismaa’iil, amantii Zakariyaas, amantii Muusee, amantii Yooseef, amantii Dawit, Yesuus kottaa islaamummaa qabadha. Islaamummaa fudhachuun Raajota hundatti amanuudha. Karaa sirrii ta'een Yesuusitti amanuudha malee Yesuus ganuu akka hin taane qalbifadhaa.

Seera Ba'uu 3:6 irratti; "Itti fufees, "Ani Waaqayyo isa kan abboota keetii ti, Waaqayyo isa kan Abrahaam, Waaqayyo isa kan Yisihaq, Waaqayyo isa kan Yaaqoobis" ittiin jedhe;"

Namoonni dhugaa amantii Islaamaa argaa itti amanuu diddan adabbii jabaatu isin eeggata.

Rabbiin akkas jedhe:
وَقُلِ ٱلۡحَقُّ مِن رَّبِّكُمۡۖ فَمَن شَآءَ فَلۡيُؤۡمِن وَمَن شَآءَ فَلۡيَكۡفُرۡۚ إِنَّآ أَعۡتَدۡنَا لِلظَّٰلِمِينَ نَارًا أَحَاطَ بِهِمۡ سُرَادِقُهَاۚ وَإِن يَسۡتَغِيثُواْ يُغَاثُواْ بِمَآءࣲ كَٱلۡمُهۡلِ يَشۡوِي ٱلۡوُجُوهَۚ بِئۡسَ ٱلشَّرَابُ وَسَآءَتۡ مُرۡتَفَقًا
Jedhis: “Dhugaan Gooftaa keessan irraayi. Namni fedhe haa amanu; namni fedhes haa kafaru. Dhugumatti, Nuti miidhaa hojjattootaaf ibidda dallaan ishee isaanitti marse qopheessinee jirra. Yoo birmachiifatanis bishaan akka rajaa (siicoo) danfeetti fuula quncisutu isaaniif kennama. Dhugaatichis akkaan fokkate! Hirkannaanis akkaan fokkate! [Al-Kahf 18:29]

Kanaaf Obboleewwan Keenya amantii Kiristaanaa hordoftan, gama amantii irratti dhalattanii Islaamummaa akka dhuftan isin affeerra. 

https://t.me/Know_to_Islamic
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Mon, 04 Aug 2025 06:18:14 +0300
Oduu gammachiisaa

Assalamu Aleykum warahmatullahi wabarakaatuhu.

Kabajamtootaa fi jaallatamtoota  obboleewwanii fi obboleettiiwwan Iimaanaa kan ergaan keenya isin bira ga'e  bakka jirtanitti nageenya Rabbii guddaa isiniif haa ta'u. Baga nagaan guyyaa kana geessan. Egaa akkuma beekamu Chaanaaliin keessan Chaanaaliin  Daandii Milkii(Jennataa) yeroo adda addaatti barreefamoota mata duree gara garaatiin isiniif dhiheessaa tureera.
Isinis akka irraa barataa jirtanuu fi itti gammadaa jirtan nu beeksisaa turtan. Kanuma irraa ka'uun Kitaaba "Gaaffii Deebii dhabe" jedhu kan gaaffiiwwan 100 ol qabu bifa PDF akka qopheessaa jirru ammaan dura isin beeksifnee turre.  Kunoo amma   Kitaabicha xumuramee  simannaa keessan qofa eegaa akka jiru yeroo ibsu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama. Maarree isinis Ergaa kana hiryoota keessaniif  share gochuun akka  miseensa Daandii Milkii ta'an affeeraa. Yaada keessanis  nuuf qoodaa.

Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi Join gochuun nu hordofaa.
👇👇👇
t.me/Saahibuddiin28
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Mon, 04 Aug 2025 00:08:22 +0300
Weellisaan Iskindir Taammiruu gara amantaa dhalootaa Islaamummaatti dhufee jira!

Masha Allah!

Rabbi sabaata haa kennuuf.

- Jechoota Gaggaarii.


https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2309
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sun, 03 Aug 2025 21:08:29 +0300
Yaa Habiibii Yaa Muhammad
Sallallaahu Aleyhii Wa Sallam

وَأَحسَنُ مِنكَ لَم تَرَ قَطُّ عَيني
وَأَجمَلُ مِنكَ لَم تَلِدِ النِساءُ
خُلِقتَ مُبَرَّءً مِن كُلِّ عَيبٍ
كَأَنَّكَ قَد خُلِقتَ كَما تَشاءُ

Nama Gaarii Si Caalu ijji koo takkaa hin argine
Kan Si Caala Bareedu Dubartiin Hin Deenye
Hir'ina Hundarraa Qulqullooftee Uumamte
Akka Fedha Keetiitti Akka Waan Uumamte
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sun, 03 Aug 2025 09:26:37 +0300
Namni Hundi yeroo dhalatu Muslima(Nama fedhinnaa isaa Rabbiif kennuudha)

Namni hundi gaafa dhalatu Islaamummaa irratti akka dhalatu sagantaa keenya yeroo darbee irratti kaaseen ture. Mee amma immoo ragaan walbira qabnee haa ilaallu. Islaamummaan kan namni hundi isii irratti dhalatuudha. Kana ilaalchisee Rabbiin Qur'aana keessatti akkana jedhe:
(Yaa Muhammad!) karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumes (qabadhaa). Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiru Santu(kan Rabbiin irratti nama uumetu) amantii qajeelaadha. Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu. (Qur'aana 30:30).

Keeyyata Qur'aanaa kana keessatti "Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumes (qabadhaa)" jedhee itti aansee immoo "Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiru Santu amantii qajeelaadha"jedhe. Kana jechuun Uumaan Rabbiin irratti nu uume amantii dha. Amantiin sunillee Islaamummaadha. Kana immoo Nabi Muhammad Hadiisa keessatti akka armaan gadii kanatti ibsanii jiru.
Ergamaan Rabbii Muhammad akkana jedhan: "Dhalataan hunduu Islaamummaa irratti dhalata. Haadhaa fi abbaa isaatu isa Yahuudomsu, yookiin Kiristaanomsu, yookiin warra ibidda gabbaru (akkasumas warra uumaa biraa gabbaru)taasisu." (Bukaarii 4775).

Fakkeenya gaarii barsiisa kanaaf ta'uu kan danda'u Kiristaanonni ijoollee isaani kanuma maatii Kiristaanaa irraa dhalatan Kiristinnaa kaasu. Yoo osoo Kiristinnaa hin kaafamin du'e akka Waan Islaamummaa irratti du'eetti beekama. Yeroo tokko Haadha sababaa baasii guyyaan Imoo isii Kiristaanummaa kaastu baastu dhabeef "ilmoon koo Islaamummaa irratti hafe" jettuu gadditu argeen ture.
Cuuphaan dhimma biraatiif jedhamee dubbatamus ilmoon dhalatu Islaama ta'uun Kiristaanota baay'ee biratti beekamaadha. Inumaa akka namni wahii naaf himetti daa'imni osoo Kiristaanummaa hin kaafamin du'e/te carraa mooraa Bataskaanaa keessatti awwaalamuu hin argatu/ttu.

Kanaaf Obboleewwan Keenya amantii Kiristaanaa hordoftan, gama amantii irratti dhalattanii Islaamummaa akka dhuftan isin affeerra. Amantii Rabbiin irratti isin uume, amantii Abrahaam, amantii Yaqoob, amantii Muusee, amantii Yesuus kottaa qabadha. Islaamummaa fudhachuun Raajota hundatti amanuudha. Karaa sirrii ta'een Yesuusitti amanuudha malee Yesuus ganuu akka hin taane qalbeefadha.


Namoonni dhugaa amantii kanaa argaa itti amanuu diddan adabbii jabaan gosa adda addaatu isin eeggata. San keessaa tokko gaafa biyya lafaa irraa deemtan bishaan ho'aa yeroo isin dhuguuf ofitti qabdan fuula keessan akka Feestaaliitti walitti marutu isin eeggata.

Rabbiin akkas jedhe:
Dhugaan Gooftaa keessan irraayi, Namni fedhe haa amanu; namni fedhes haa kafaru Dhugumatti, Nuti miidhaa hojjattootaaf(Kaafirootaaf)ibidda dallaan ishee isaanitti marse qopheessinee jirra. Yoo birmachiifatanis bishaan akka rajaa (siicoo) danfeetti fuula quncisutu isaaniif kennama. Dhugaatichis akkaan fokkate! Al-Kahf 18:29

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2306
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 02 Aug 2025 22:47:48 +0300
Aselamu aleykum werehmetullahi weberekatuh

Walaloo kana naaf affeeeramaa like gochuuus hin dagatinaa


https://t.me/Nikabistuwanigist/5295
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 02 Aug 2025 22:37:21 +0300
Rabbiin Yeroo Dubbatu Maaliif "Nuti" jedhee dubbata? Deebii Quubsaa US Awel Kasim

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2304
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 02 Aug 2025 08:25:08 +0300
SAGANTAA GAADDISA GAREE SHAHAADAA GUUTUUN ISAA KUNOOTI🥰🙏

Share & Like

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2303
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 02 Aug 2025 01:14:17 +0300
Kiristaanonni Mee Dhaggeeffadhaa!!

@Rafiiqul_Islaam
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sat, 02 Aug 2025 00:09:55 +0300
መምህሬ ውሒድ  ገብቷል ግቡ
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Fri, 01 Aug 2025 20:41:01 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Fri, 01 Aug 2025 15:47:36 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Fri, 01 Aug 2025 12:09:45 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 31 Jul 2025 22:33:38 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 31 Jul 2025 04:24:22 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 31 Jul 2025 04:24:22 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Thu, 31 Jul 2025 04:24:22 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Wed, 30 Jul 2025 21:46:28 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Wed, 30 Jul 2025 18:40:47 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Wed, 30 Jul 2025 18:37:35 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Tue, 29 Jul 2025 06:57:55 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Mon, 28 Jul 2025 13:57:12 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Mon, 28 Jul 2025 13:57:12 +0300
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Sun, 27 Jul 2025 16:02:48 +0300
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuhu
✨“Namni waan gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa akka isa dalagee argata.” ~[Nabi Muhammad ﷺ]✨

@Mana_kitaabaa_najjaashii_bot
@Mana_kitaabaa_najjaashii_bot
@Mana_kitaabaa_najjaashii_bot

Dabalataan Asirraa Argachuu dandeessuu @Rafiiqul_Islaam_Librarry
Подробнее
]]>
https://linkbaza.com/catalog/-1002122223569 Fri, 25 Jul 2025 20:08:59 +0300
Dinqii fi Raajii hojjechuun mallattoo Nabiyyummaa keessa isa tokko. Kanaafuu Yesuus #Nabiyyiidha.


Yohannis:- 6:14
“ሰዎቹም እየሱስ ያደረገዉን ታምራዊ ምልክት ካዩ በኃላ፤ ወደ አለም የሚመጣዉ ነቢይ በእርግጥ ይህ ነዉ” አሉ፤፤
"Namoonni sun milikkita Yesuus agarsiise kana yemmuu argan, “kun dhuguma raajicha isa gara biyya lafaa dhufuuf jiru sana” jedhan."


Boqonnaa kana jalatti; Yesuus namoota kuma shan nyaachisuu isaatu barreeffame. Guyyaa tokko Yesuus, namoota baay’ee dirree irratti ni barsiisa ture. Namoota kanaafis buddeena xiqqoo malee hin jiru ture. Buddeena bituufis ni dhabe. Achumaan ummata kana teesisee buddeena kana qooduutti ka’e. buddeenni qoodame nyaatamee irraa hafe. Namoonni kun ni raajeeffatani. Dinqii ykn raajii hojjechuun amala Nabiyyii dhugaa akka ta’e hubatan jechuudha. Ulaagaa Nabiyyiin tokko ittiin dhugeeffamu keessa tokko Dinqii ummatni gaafate raawwachuudha.

Dinqii Yesuus rawwate kana; ummattootni yeroo raajii hojjetamu argan, raajii isaa kanatti dinqisiifachuun; #Nabiyyiin gara dachii kanaatti #dhufu isa kana” jedhan. Raajicha haalaan hubachuu irraa kan ka’een, jecha #በእርግጥ jedhutti fayyadamani. Kun Nabiyyii ta'uu isaa shakkii akka hin qabne agarsiisa jechuudha.

✍👉 Ummatni Yesuusiin ijaan argee, wajjin nyaatee raajii inni hojjetu hunda arge, #Yesuus_Nabiyyiidha jedhee yennaa amanu, kiristaanni Yesuusiin ijaan argee hin beekne maaliif #Waaqa” jedhee amana?
✍👉 Nama Yesuusiin ijaan argetu caala moo nama waa'ee Yesuus dhagahetu caala?
✍️👉 Macaafni Yesuusiin, #Nabiyyii” yennaa jedhu, kiristaanootni Yesuusiin #Waaqa” maaliif jedhu?


Kanaafuu:-
#Yesuus_namadha.
#Yesuus_Nabiyyii_Rabbiiti.
#Yesuus_Ergamaa_Rabbiiti.
#Yesuus_Garbicha_Rabbiiti.
#Yesuus_tajaajilaa_Rabbiiti.
#Yesuus_nama_filatamaadha.
#Yesuus_nama_kabajamaadha.
#Yesuus_nama_jaallaatamaadha.
#Yesuus_nama_Rabbiin_fo'ateedha.
.
.
https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa
Подробнее
]]>