Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ
Информация о канале обновлена 14.10.2025.
Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ
ሠላም👋 ውድ የ hafuti online Shopping center ደንበኞቻችን :-
ከ shine
ከ Ali baba
ከ Dubayi order ምንቀበል መሆኑን እናሳውቃለን
የኤሌከትሮን እቃዎች ምታገኙበት ሲሆን መግዛትም ሆነ በብዛት መረከብም የምትፈለሰጉ
@hafutishopping1 ያናግሩኝ ወይም ለተጨማሪ አገልግሎት
📲 +251949384044 ይደውሉ
💡አድራሻ :- አዲስ አበባ, አዳማ,ሲሆን ሁሉም ሀገር እናደርሳለን
ከታች የተጠቀሱትን እቃዎች በእኛ ዘንድ ማግኘት ትችላለህ።
👇👇👇👇👇
https://t.me/+vnoTJOAM2bBlNmFk
وَيُنذِرَ ٱلَّذِينَ قَالُواْ ٱتَّخَذَ ٱللَّهُ وَلَدࣰا
Isaan “Rabbiin ilma qaba” jedhan sodaachisuuf (isa buuse). [Kahf 18:4]
Rabbiin keenya Allaahn barnoota Kiristaanummaa isa haqaa fi laaqaa ta'e jalaa isin haa baasu! Qajeeluma gaarii isiniif haa kennu! Nuuf immoo sabaata gaarii kan kufrii irraa, shirkii irraa, Of agarsiifannaa irraa, munaafiqummaa irraa, qulqulluu ta'e nuuf haa kennu!
https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa
Rabbiin keenya Allaahn ilma hin qabu.
بسم الله الرحمن الرحيم
قُلۡ إِن كَانَ لِلرَّحۡمَٰنِ وَلَدࣱ فَأَنَا۠ أَوَّلُ ٱلۡعَٰبِدِينَ
(Yaa Muhammad!) jedhi: “yoo Rahmaaniif ilmi jiraatee, silaa anatu jalqaba warra (isa) (ilma san) gabbaraniiti.” [Zukhruf 43:81]
Seerluga afaan Arabiffaa keessatti; "In" إِن Harfii sharxii dha. "Harfii sharxii jechuun" حَرْف الشَرْط jechuun "Conditional Particle" jechuudha. Seer-luga afaan Arabiffaa keessatti "In" إِن Harfii sharxii qofa osoo hin taane, harfii dhabamsiistuu ykn diigduu dha. "Harfii An Nafyi" حَرْف النَفْي jechuun "Negative Particle" jechuudha. Fakkeenyaaf:- jechi إِن jedhu harfii Diigduu مَا ta’ee ni dhufa.
إِن كَانَتۡ إِلَّا صَيۡحَةࣰ وَٰحِدَةࣰ فَإِذَا هُمۡ خَٰمِدُونَ
Isheen iyya tokko malee waan biraa hin taane. Yeroma san isaan dhaamoo (dhabamoo) dha. [YaaSin 36:29]
Keyyata kana keessatti "Hin taane" kan jedhuuf jechi gale إِن كَانَتْ yemmuu ta'u مَا كَانَتْ jechuudha.
Erga bifa kanaan hubannee; Jechi إِن كَانَ jedhu, jecha مَا كَانَ jedhuun harfii dhabamsiistuu ykn diigduu ta'ee ni dhufa.
قُلۡ إِن كَانَ لِلرَّحۡمَٰنِ وَلَدࣱ فَأَنَا۠ أَوَّلُ ٱلۡعَٰبِدِينَ
(Yaa Muhammad!) jedhi: “yoo Rahmaaniif ilmi jiraatee, silaa anatu jalqaba warra (isa) (ilma san) gabbaraniiti.” [Zukhruf 43:81]
Jechi "Ibaadaa" عِبَادَة jedhu "Abada" عَبَدَ jechuunis "Waaqeesse" jedhu irraa kan dhufe yoo ta’u, "Waaqeeffannaa" jechuudha. "Ma'buud" مَعْبُود jechuun "Qaama Waaqeeffatamu" yoo ta'u, "Abiid" عَابِد jechuun "Qaama Waaqeessu" jechuudha. Jecha "Abiid" عَابِد jedhuuf danoominni isaa "Aabidiin" عَابِدِين ykn "Aabiduun" عَابِدُون yemmuu ta'u, Gabbaramaan Allaah yemmuu ta'u, gabbaraan immoo uumama dha.
وَنَحۡنُ لَهُۥ عَٰبِدُونَ
Nuti isaaf gabbaroodha. [Baqarah 2:138]
"Awwalul Aabidiin" أَوَّلُ الْعَابِدِين kan jedhu "Awwalul mu'miniin" أَوَّلُ الْمُسْلِمِين kan jedhuun kan dhufeedha.
لَا شَرِيكَ لَهُۥۖ وَبِذَٰلِكَ أُمِرۡتُ وَأَنَا۠ أَوَّلُ ٱلۡمُسۡلِمِينَ
Shariikni isaaf hin jiru; isuma kanattin ajajame; ani jalqaba Muslimootati." [Al-An'am 6:163]
"Awwal" أَوَّل jechuun "Jalqaba" jechuu yoo ta'u, keyyata kana keessatti jalqabbii madaalawaadha. Erga Qur'aanni bu'ee Muslimoota Qur'aanaan bulan keessaa inni jalqabaa Nabi Muhammad ﷺ akka ta’e ibsa. Fakkeenyaaf; Muusaan:- "Jalqaba mu'minootaa" أَوَّلُ الْمُؤْمِنِين jedhameera.
سُبۡحَٰنَكَ تُبۡتُ إِلَيۡكَ وَأَنَا۠ أَوَّلُ ٱلۡمُؤۡمِنِينَ.
Muusaan of wallaalee kufe, Yeroma bayyanatu ni jedhe "ati qulqulloofte; ani gara keetti deebi’e, anis jalqaba mu’uminootaati". [A'raf 7:143]
Muusaan:- "Ani jalqaba warreen amananiiti" Yemmuu jedhu; Tawraat wajjin wal qabatee irraa dubbataa jira malee, Ergamuu Muusaa fi Bu'uu Towraat dura mu'minni hin jiru jechuu hin agarsiisu. Akkuma kana; Rabbiin keenya Allaahn Nabi Muhammadiin ﷺ Qur'aana kabajamaa keessatti; "Ani jalqaba Muslimootati ykn Ani jalqaba mu'minootaati jedhi" Yemmuu jedhu, Qur'aana wajjin wal qabatee dubbataa jira malee, ergamuu Nabi Muhammad ykn bu'iinsa Qur'aanaa dura mu'minni ykn Muslimni hin jiru jechuu miti.
{ قُلْ } يا محمد للنضر بن الحارث وعلقمة { إِن كَانَ } ما كان { لِلرَّحْمَـٰنِ وَلَدٌ فَأَنَاْ أَوَّلُ ٱلْعَابِدِينَ } أول المقرين بأن ليس لله ولد ولا شريك
Ibnu Abbaas (RA) Tafsiiraa Qur'aanaa bifa kanaan hiike. "Jedhi" yemmuu jedhu, Yaa Muhammad! Nadr Ibni Haarisitti fi Alqamatti jedhi" jechuudhaani. "إِن كَانَتْ" jechuun "Hin qabu" jechuudha. Otoo Arrahmaan ilma qaba ta’ee, jalqaba kan waaqeessu Ana jechuun; "Allaahn ilma ykn Gargaaraa akka hin qabne kan fudhate "Ana" jechuudha.
Lammiiwwan keenya Kiristaanaa; "Waaqayyo irraa Waaqayyo dhalate" jechuun, Nama gabroottan isaa keessaa tokko ta’e Yesuus ilma Maariyaam kan ta’e sana, ilma Waaqayyoo godhani. Dhugumatti; ilmi Namaa mormuu baay’ata, gantuudhas.
Burjaajii kana keessatti Rabbiin keenya Allaahn warreen "Allaahn ilma dhalcheera" jedhaniin dheekkamuuf Qur’aana buuse.
وَجَعَلُواْ لَهُۥ مِنۡ عِبَادِهِۦ جُزۡءًاۚ إِنَّ ٱلۡإِنسَٰنَ لَكَفُورࣱ مُّبِينٌ
Gabroota Isaa irraa qooda Isaaf taasisani. Namni dhugumatti kafaraa ifa bahaadha. [Zukhruf 43:15]
Advertizer👇
@Rafiqul_Islaam
Hayyoota Oromoo Keessaa Eenyutu Jecha Kana Jedhee?
“ Gara feetan nu geessaa, dubbiin garaa nubaate garatti deebitee jirti. kanaa achi waan feetan nu godhuu ni dandeessu. ”
“ Lubbuun gaafa dhalatte duute, du'a sodaa haqarraa hin dabin. ”
“ Sunsumni jijjiiramuus, abiddi ummata gubaa jiru sanuma. ”
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
#Gaaffiin_keenya 👇
Waaqayyo nama ni qora moo hin qoru?
A. #Hin_Qoru:-
Yaaqoob 1:13 "ማንም ሲፈተን፦ በእግዚአብሔር እፈተናለሁ፡ አይበል፤ እግዚአብሔር በክፉ አይፈተንምና፤ እርሱ ራሱስ #ማንንም_አይፈትንም።
"Namni yommuu qoramu, qoramsi kun Waaqayyo biraa anatti dhufe hin jedhin! Waaqayyo hamaa gochuudhaaf qoramuu hin danda'u, ofii isaatiis nama tokko illee hamaadhaaf #hin_qoru. "
B. #Ni_Qora:-
Seera Uumamaa 22:1
"ከእነዚህም ነገሮች በኋላ እግዚአብሔር አብርሃምን #ፈተነው፥ እንዲህም አለው፦ አብርሃም ሆይ። አብርሃምም፦ እነሆ፥ አለሁ፡ አለ።
"Kun erga ta'ee booddee, Waaqayyo #qoree isa ilaaluudhaaf "Abrahaam!" jedhee waame; Abrahaamis, "Kunoo asan jira!" jedhee deebise."
Namoonni tokko tokko loqoddoo garaa garaa fidanii qeeqa kana jalaa miliquuf yaalu. Ta'us keyyatni lamaanuu bifa ifa ta'een lafa kaa'e waan ta'eef Homaa gochuun hin danda’amu.
✍ Kanaafuu; Waaqayyo nama ni qora moo hin qoru? Yaada Isa kam haa fudhannu?
😎 Channel Gurgurtaa😎
Namni Channel Bituu Barbaaddan Gatii Madaalawaadhaan bitadhaa
Subscribers 20k+ ✅
Subscribers 11k+ ✅
Subscribers 10k+✅
Monitization kan ta'eedhaa hundinuu⚠️
Namoonni Group Old Qabdanus Keessaan Na Dubbisaa⚠️
😎 Na qunnamuuf 😎
┏━━━━━━━━━━┓
𝐂𝐎𝐍𝐓𝐀𝐂𝐓 𝐈𝐍𝐅𝐎
┗━━━━━━━━━━┛
𝑼𝒔𝒆𝒓𝒏𝒂𝒎𝒆 𝑻 - @Rafiqul_Islaam
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 - @Rafiqul_Islam_Promotion
𝑬𝒎𝒂𝒊𝒍 - Furkanawel440@gmail.com
Владелец канала не предоставил расширенную статистику, но Вы можете сделать ему запрос на ее получение.
Также Вы можете воспользоваться расширенным поиском и отфильтровать результаты по каналам, которые предоставили расширенную статистику.
Также Вы можете воспользоваться расширенным поиском и отфильтровать результаты по каналам, которые предоставили расширенную статистику.
Подтвердите, что вы не робот
Вы выполнили несколько запросов, и прежде чем продолжить, мы ходим убелиться в том, что они не автоматизированные.