Ethiopian blend of Medicine, History and Humor.
Информация о канале обновлена 20.11.2025.
Ethiopian blend of Medicine, History and Humor.
የአንጎል ዉስጥ electric circuit ልክ አንደ ቤታችን መብራት መስመር ሲፈተሽ
አንደሚታወቀው የማንቀጥቀጥ (seizure) ህመም የሚከሰተው በአንጎል ዉስጥ በሚፈጠር የነርቭ ኤሌክትሪክ ስርዓት መዛባት ሲሆን:: የነርቭ ሴሎች ከወትሮው በተለየ በህብረት በመሆን electric discharge ሲኖራቸው ነው:: ሁሉንም የሰዉነት ክፍል የሚቆጣጠረው አንጎል በመሆኑ በሰዉነት ላይ መጣል: ማንቀጥቀጥ: ራስን መሳት አና የመሳሰሉት ምልክቶች ይኖራሉ::
በቀዶ ጥገና መታከም የሚችል ሲሆን መስመሩን መለየት አስፈላጊ ይሆናል:: ቤታችን ዉስጥ የመብራት መስመር ሲበላሽ በመልቲ ሜትር ወይም በሌላ መለክያ ቼክ አንደሚደረግ ሁሉ በሰው አንጎል ዉስጥ አንዲሁ አናደርጋለን::
የማንቀጥቀጥ (seiuzure) ህመም ላለባቸው ህፃናት ወይም አዋቂዎች በተራቀቀ የኮምፒዩተር ሶፍት ዌር በመታገዝ ከ6-10 የሚሆኑ ብረቶችን አንጎል ዉስጥ አስገብተን stimulate በማድረግ የተኛው መስመር ጋ የኤሌክትሪክ ንዝረቱ ከፍተኛ ነው ወይም ችግር ያለው ከየት ወደየት የሚሄደው ጋ ነው የሚለዉን ማወቅ ይቻላል:: ወደፊት ደግሞ አርተፊሻል ኢንተልጀንስ ሲጨመርበት ደግሞ ማሰብ ነው::
ይህ ፎቶ ኤሌክትሮድ አቀማመጥ ፕላን ስናደርግ ነው:: የታካሚው ምስል ከዌብ የተወሰደ ነው::
መልካም ቀን
ዶ/ር ሱራፌል መኮንን: ረዳት ፕሮፌሰር
Pediatric Neurosurgery Fellow
ACIBADEM UNIVERSITY, Istanbul, Turkiye
@HakimEthio
The Embassy of India in Ethiopia is pleased to invite you for a talk by World Renowed Nephrologist Dr. Samit Chaturvedi and Cardiologist Dr. Rajneesh Malhotra.
They will give an overview on Heart and Nephrology related issues; prevention, cure and interventions.
Kindly register here: https://forms.gle/twMZzx2RE7ZH8Hge9
India in Ethiopia (Embassy of India, Addis Ababa)
Ministry of External Affairs, Government of India
#indiaethiopia
@HakimEthio
Dhukkuba Vaayirasii Maarbarg (Marburg Virus Disease)
Vaayirasiin Maarbarg akkamitti daddarba?
Tatamsa’inni vaayirasii Maarbarg kan jalqabu simbirroota halkanii dhukkuba kanaan qabaman fi naannoo isaanii irraa gara namaatti yeroo daddarbu dha. Namoonni holqa simbirroonni halkanii jiraatan keessa hojjetaniifi daawwattoonni vaayirasichaaf saaxilamuu danda'u. Wantoonni fincaan simbirroo halkanii, manca’aa fi haxxiffannaatiin faalamanis vaayirasicha dabarsuu danda’u. Simbirroonni halkanii vaayirasichaaf keessummeessitoota ijoo ta’anis, qamaleewan fi booyyeewan yeroo tokko tokko yeroof vaayirasicha kan qaban ta’uu akka danda’an qorannoowwan agarsiisan jiru.
Vaayirasichi erga nama qabee booda nama irraa gara namatti tamsa'a. Vaayirasiin kun kan daddarbu dhiigaa fi dhangala’oo qaama nama dhukkuba kanaan qabame (balaqqama, manca’aa, fincaan, haxxiffannaa, dafqa, aannan harmaa, dhangala’aa qaama saalaa fi kkf) waliin kallattiin wal qunnamuudhaani. Vaayirasiin kun karaa lilmoo, meeshaa, uffata faalame fi kkf namni vaayirasichaan qabame itti fayyadamuudhaan daddarba. Walqunnamtii saalaatiinis ni daddarba. Reeffa tuquun vaayirasicha dabarsuu danda'a.
Mallattoon dhukkuba vaayirasii Maarbarg maali?
Vaayirasichi qaama keenya keessa erga seenee booda seelii ittisa qaamaa haleela saffisaan baay'ata, ni babal'ata. Seelonni ittisa qaamaa keenyaa kanneen vaayirasiin qabaman keemikaalota baay’ee gadi lakkisu. Deebii farra vaayirasii qaama keenyaa to’annaa ala ta’e kakaasuun (massive inflammatory response, cytokine storm) ujummoo dhiigaa guutuu aarsuun qaama namaa miidha. Adeemsa kana keessatti seelonni ittisa qaamaa keenyaa waan miidhamaniif sirni ittisa qaamaa keenyaa ni laafaa.
Namni vaayirasichaan qabame guyyoota muraasaa hanga torban sadiitti mallattoo dhukkuba kanaa malee turuu danda'a.
Mallattoon jalqabaa dhukkuba vaayirasii Maarbarg akkuma vaayirasoota biroo qufaa kan fakkaatu yoo ta’u, ho’a qaamaa cimaa, mataa dhukkubbii, dhukkubbii qoonqoo, dhukkubbii maashaalee fi lafee, fi dadhabbiin dabalata.
Mallattoowwan vaayirasichaa jalqabaa kun dhukkuboota daddarboo ho’a qaamaa cimaa biroo hedduu wajjin wal fakkaachuu danda’u. Fakkeenyaaf, dhukkubni busaa (raafamuu cimaan kan qabuu fi qorannoo busaatiin salphaatti kan adda baafamu), taayifooyidii (Ho'i qaamaa amala dabaluu addaa qaba, akkasumas nyaata/dhugaatii faalameen carraan saaxilamuu ni jiraata), dhukkuba meninjaayitii, COVID-19 fi kkf mallattoo walfakkaataa qabaachuu danda’u.
Mallattoowwan kun erga mul’atanii guyyoota muraasa booda mallattoolee garaachaa kanneen akka ol nama jechuu cimaa, balaqqama, garaa kaasaa fi dhukkubbii garaa ni mul’atu.
Sana booda dhukkubni kun akkuma itti fufetti mallattoon cimaan mul’ata. Gogaa, afaanii fi funyaan, ykn qaama keessoo irratti dhiigni akka bahu taasisa. Dhukkubni kun akkuma itti fufetti dhiibbaan dhiigaa garmalee gadi bu’a, kalee, tiruu fi qaamoleen biroo ni miidhama. Akkasumas qaamolee hedduu akka dadhaban taasisa. Duuti isaas kanaan wal qabata.
liinkii barruu guutuu https://melakutaye.com/dhukkuba-vaayirasii-maarbarg-marburg-virus-disease/
Hakim Malaakuu (Endocrinologist)
Telegram https://t.me/hakimmelaku
Tiktok https://www.tiktok.com/@hakimmelaku
duubdeebii https://maps.app.goo.gl/twmS9fq7LiG1eRnq9
Hakim Youtube irratti hordofaa : http://www.youtube.com/@Hakim207
@hakimethio
Владелец канала не предоставил расширенную статистику, но Вы можете сделать ему запрос на ее получение.
Также Вы можете воспользоваться расширенным поиском и отфильтровать результаты по каналам, которые предоставили расширенную статистику.
Также Вы можете воспользоваться расширенным поиском и отфильтровать результаты по каналам, которые предоставили расширенную статистику.
Подтвердите, что вы не робот
Вы выполнили несколько запросов, и прежде чем продолжить, мы ходим убелиться в том, что они не автоматизированные.
Наш сайт использует cookie-файлы, чтобы сделать сервисы быстрее и удобнее.
Продолжая им пользоваться, вы принимаете условия
Пользовательского соглашения
и соглашаетесь со сбором cookie-файлов.
Подробности про обработку данных — в нашей
Политике обработки персональных данных.